Muummeen ministiraa Dr Abiy Ahimad xumura marii paartii badhaadhina Naannoo Amaaraa irratti argaman

124

Finfinnee Hagayya 6/(TOI)_Muummeen ministiraa Dr Abiy Ahimad xumura marii paartii badhaadhina Naannoo Amaaraa kan jidduu kana magaalaa Bahaardaritti geeggeffamaa ture irratti argaman.
Hooggantoonni olaanoo paartii badhaadhina Amaaraa guyyoota lamaan darbaan dhimmoota yeroo, dhimmaa biyyaa fi naannnoo ilaalchisee mariyachaa turaniru
Marichiis dhimma adeemsaa jijjiramaa keessaatti bu’aalee galma’aniifi hudhaalee isaa mudatan addaa baasuun kallaattin gara fulaa duraa kan irratti ka’amanidha jedhamera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015