Duulli itisaa fi qorannoo weerara koronaa guutuu biyyaatti eegalame

125

Finfinee Hagayya 1/2012(TOI)- Warraqsi kun bakka ministirri muummee itti aanaa Dammaqaa Mokonnin argamanitii eegalame.

Pirezedaantonni naannolee,qaamolee dhimmi ilaallatu,duula ittisaa fi qoranoo eegalchiisuu kana irrati argaman.

Duula namuu jedhu kana kan itisaa fi qoranoo koronaa torbeewwan lamaan itti aanan namoota kuma 200 qorachuufi manaa mantti adda fooyachuuf lammiilee miliyoona 17 bira gahuuf karorfame.

Koreen  ministirootaa toohanoo weerara koronaa biyyalessaahaala yeroo vaayirasichaa ilalchisuun marii guyyoota murasaan dura geggeffame irratti ministirri muummee Dr.Abiyyi haala weerarichaa ibsanii turan.

Bu’aan duula kanaan argamu hojiilee bara 2013f ka’umsa kan ta’uuf keessattuu barattoonif barsiftonni hirmaachuun gahee guddaa taphachuu qabu jedhame.

Abbootin amantaa fi jaarsoliin biyyaa fi hoggantoonni hawaasaa gahee isaanii bahuun duula kana milkeessuu qabu jedhame.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015