Ministeerri Geejjibaa fi dhaabbileen isa jala jiran karoora waggaa 10 irratti mariyatan

83

Finfinnee Adoolessa 27/2012(TOI)- Ministeeri Geejibaa dhabbilee isa jala jiran waliin karoora waggaa 10 irratti magaala Bishooftutti mariyatan.       
Ministeerichi marii kana dhabbilee isa jala jiran 10 waliin mariyachaa jiru.

Maricha kan banan Ministeerri Geejjibaa Aadde Dagmaawit Mogos karoorri waliigalaa damee geejjibaa kan waggaa 10 dhihootti ifa ta’e jedhan.

Karoorichi haala qabatamaa adunyaa kan xinxalee fi ogeeyyiin kan dhiyaate jedhame.

Karoorochi itophiyaan fakkenya badhadhina afrikaa akka taate kan mullisu waan ta’eef hunduu gahee isaa bahuu qabas jedhame.

Mariin kun guyyota 3 itti fufa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015