Guutamuun bishaan hidha haaromsaa gaabbbbii kaleessaaf deebii kan kenne hirmaannaa keenya har’aaf onnee kan kenne jedhan –Ministirri Muummee Itti Aanaa obbo Dammaaqaa Mokonnin

78

Finfinnee Adoolessa 27/2012(TOI)- Guutamuun bishaan hidha haaromsaa gaabbbbii kaleessaaf deebii kan kenne hirmaannaa keenya har’aaf onnee kan kenne jedhan Ministiri Muummee itti aanaa obbo Dammaqaa Mokonnin.
Mul’annii fi wabiin itoophiyaanotaa kan dhugoomu guutinsi bishaan marsaa duraa guutamuu qofa oto hin taane ijaarsi hidhichaa guutumaan guututti xumuraamuudha jedhan.

Hidhni itoophiyaan haqaqabeessummaa ijaartu uummata adunayaf beeksissuf sagantaan sagalee keenya hidha keenyaaf jedhu kaleessa waaree booda finfinneetti geggeffamee oole.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015