Ministirri muummee Dooktar Abiy ergamaa addaa preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan

68


Finfinnee, Adoolessa 22/ 2012 (TOI) – Ministirri muummee Dooktar Abiy Ahimad ergamaa addaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Niihaal Deeng waliin mari’atan.
Dhimmoota waloo biyyoota lamaaniirratti mari’achuu gabasni waajjira ministira muummee ni mullisa.
Keessattuu dhimmoota diinagdee, misoomaa fi nageenyaarratti xiyyeeffachuun walitti hidhamiinsa hariiroo naannichaarratti marii geggessanii jiru jedhame.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015