Manni Maree Bakka Bu’ootaa yaa’ii idilee 18ffaa guyyaa boruu ni geggeessa

77

Finfinnee Waxabajjii 22/2012(TOI)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaa’ii bara hojii 5ffaa yaa’ii idilee 18ffaa guyyaa boruu geggessa.

Manni Marichaa galma waajjira Ministira Muummetti kan geggessu yoo ta’u raawwii karoora Oditara Muummichaa gamagama jedha odeeffannoon waajjira Mana Maree.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015