Manneen hojii itti waamamni isaanii Ministeera Galiif ta’an gaara Dabal gubbaatti ashaaraa magariisaa eegalan

106

Finfinnee  Waxabajjii  22/ 2012(TOI) - Ministeeri Galiiwwanni fi Dhaabbilee itti waamamtonnisaa Waldaa Misooma Oromiyaa walii ta’uun Sabbataa Hawaas Gaara Dabal irratti hojii Ashaaraa Magariisaa eegalaniiru.

Manni hojii Ministeerrichaa WMO waliin ta’uun waggaa darbee irra eegale biqiltuu dhaabuu kan jalqabe yoo ta’uu baranaas hoggantoota olaanoo fi gidduu-galessaa dhaabbatichaa waliin ta’uun biqiltuu dhabaniiru.

Misoomnni Magariisaa waan hunda keenya waan ta’eef biqiltuu dhaabuu qofa osoo hin taanee guddisuu fi kunnuunsu irratti xiyyeeffannoon hojjechuu qabna jedhan Ministirri Galiiwwani obbo Laaqa Ayalawu. Maddi OBN.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015