Anga’oonni Olaanoo Naannoo Oromiyaa buufata xiyyaara Naqamtee ijaaramaa jiru daaw’atan

93

Finfinnee waxaabajjii 15/20129TOI) - Jiilli sadarkaa pirezedaantii itti aanaatti Itti Gafatamaan Waajjira Paartii Badhadhinaa Dame Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu buufata xiyyara Naqamtee birrii miliyoona 748 ijaaramaa jiru daaw’atan.

 Ijaarsi buufata xiyyaaraa kun harka 70 irra kan gahe yoo ta’u hanga Amajjii 2013 guutumatti xumuuramee tajaajila akka eegalu kontiraktarri pirojektichaa obbo Maaruu Gizachaw dubatan. Maddi OBN.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015