Maatiin Gifti duree odoo isaanii keessa biqiltuu dhaaban

88

  Finfinnee Caamsaa 29/2012(TOI)- ashaaraa magariisaa kaleesa guutuu biyyattitti eegalame kan ta’e Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahmadiif Giifti Dureen Maatii isaannii waliin ta’uun mooraa jireenya isaanii keessa biqiltuu Avokaadoo dhaaban

 Ashaaraan magariisa bara kana wayta weerarri vaayirasii koronaa jirutti ta’uun ni beekkama. Kanafuu Maatiin Gifti Duree sirni dhaabbii biqiltuu sadarakaa maatitti akka geggeffamuu fi walirraa fageenya eeggachuun  covid-19 toohachuuf qajelfama bahe hojiira oolchuun ta’uu akka qabu hubachiisan.

Itoopyaan bara darbe galma dhaabbii biqiltuu ganna darbee dabalataan biliyoona 1 dabaluuf lammiileen wayta biqiltuu dhaaban afaanif funyaan haguggachuu,bwalirraa siquun dhaabbii biqiltuu sadarkaa maatitti akka geggessan dhaaman.

Tokkoon tokkoon keenya waytii gannaa ashaaraa keenya kaahuuf kutannon ka’uu, itoophiyaan qorumsa weerara kanaa injifannoon xumuuruu dadnda’uun fakkeenyummaa galma karora misaamaa ni taatis jedhan. Maddi fuula FB Waajjira Ministira Muummee

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015