Afrikaa barbaannu dhugoomsuuf tokkummaa haa cimsinu jedhame

67

Finfinnee, caamsaa 17/2012(TOI)-Ministirri muummee Dr.Abiyyi ahamad guyyaa ardii Afrikaa ilaalichisuun ergaa dabarsanin afrikaa barbaannu dhugooomsuuf tokkummaa keenya yaa cimsinuu jdhan.

Ardiin keenya kennaa hedduun dhangi'amtee fi daneessummaan guutamte galmi ishee badhaadhina bifa danuu qabudhas jedhan.

Har'a wayita guyyaa Afrikaa kabajnu AfrikaaBarbaannu dhugoomsuuf tokkummaa keenya haa cimsinu Jechuun ergaa dabarsan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015