Hidhaa Haaromsaaf galii sassaabuuf sagantaa 8100A jalqabsiifame

121

Finfinnee,Guraandhala 25/2012(TOI) Pirezidaanti Saahlawarqi Zawudee hidhaa guddicha Itiyoophiyaaf galii sassaabuuf sagantaa marsaa 3ffaa ergaa gabaabaa 8100A ifatti jalqabsiisan

Pirezidaanti  Saahlawarqi sagantaan marsaa 3ffaa ergaa gabaabaa 8100An deeggarsa hidhaa kanaa ifa taasisaniiru.

Deeggarsa Itiyoophiyaanotaan hojiin isaa kan jalqabame hidhi haaromsaa guddichi Itiyoophiyaa ijaarsa isaa xumuruuf deeggarsi dabalataa barbaachisaa waan ta’eef haalli funaansa galii ifa ta’eera jedhan. 

Raawwiin ijaarsa hidhichaa harka 70 ol ga’uunsaa ni beekama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015