Pirezdaanti Saahilawarqi muudama ambaasaaddarummaa kennan

72

Finfinnee, Guraandhala 25/2012 (TOI) Pirezidaantiin Itiyoophiyaa Saahilawarqi Zawudee  namoota 15f muudama ambasaaddarummaa kennan.

Bu’uuruma kanaan:-

1. Obbo Birhaanuu Tsaggaayee
2. Aadde Ya’aalam Tsaggaay
3. Aadde Hiruut Zammanaa
4. Ambaasaaddar Maarqos Taklee
5. Obbo Baacaa Giinaa
6. Obbo Yibalxaal Aymiroo
7. Obbo Mihiraatab Mulugeetaa
8. Obbo Nabiyaat Geetaachoo fi
9. Obbo Tafarii Mallas ambaasaaddara guutuu ta’uun yoo muudaman,

1. Obbo Adigoo Amsaayaa
2. Obbo Jamaal Bakar
3. Obbo Abduu Yaasin
4. Obbo Laggasaa Garramaw
5. Aadde Iyyarusaalem Amdamaariyaa fi
6. Obbo Shibbiruu Maammoo sadarkaa  ambaasaaddarummaatiin   muudamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015