Muummeen ministiraa Dooktar Abiyyi Ahimad boqachuu preezdaantii Keeniyaa duraaniin gadda isaanitti dhaga’ame ibsan

119

Finfinnee, Amajjii 26/2012 (TOI/ Muummeen ministiraa Dooktar Abiyyi Ahimad boqachuu preezdaantii Keeniyaa duraanii Daani’eel Mooyi Araap gadda isaanitti dhaga’ame ibsaniruu.

Dooktar Abiyyi Ahimad maatii fi firoottan isaaniif jajjabina hawwaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015