Guyyaan Farra Malaammaltummaa Akka Naannoo Oromiyaatti Magaalaa Adaamaatti Kabajamaa jira

954

Muddee 15/2012 /TOI/ - Guyyaan Farra Malaammaltummaa akka Naannoo Oromiyaatti Magaalaa Adaamaatti kabajamaa jira.  

Ayyanni Farra malaammaltummaa akka Adunyaatti yeroo 16ffaaf akka biyyaa keenyaatti yeroo 15ffaaf kan kabamu yoo ta'u,  akka naannoo Oromiyaatti immoo yeroo 14ffaaf kabajamaa jira.

Ayyaanni kun "Naamusa Daa'immanii fi Dargaggotaa Dagaagsuun Dhaloota Malaammaltummaa /Hattummaa Lagatu Haa Horannu" dhaadannoo jedhuun kabajamaa jira jedhe BDhKMNO.     

Ayyanichi qindeessummaa Komishinii naamusaa fi farra malaammaltummaa Oromiyaatin guyyaan farra malaammaltummaa akka naannoo Oromiyaatti marii paanaaliitiin Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti kabajamaa jira.   

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015