Kabajni Ayyaana Sabootaa, Sab- lammootaa Fi Ummattootaa 14ffaan Nagaan Xumurame

51

Sadaasa 29/2012(TOI) – Kabajni ayyaana sabootaa, sab lammootaa fi ummattootaa  yeroo 14ffaaf qopheessummaa naannoo Oromiyaatiin Magaalaa Finfinneetti qophaa’e nagaan Xumurameera.

Kabaja ayyaana kanaarratti sabaa fi sab-lammoonni biyyattii ijaaruu keessatti ga’een isaan qaban kan ibsame yoo ta’u, sabaa fi sab-lammoonni aadaa isaanii mul’isaniiru.

Kabaja ayyaana kanaa ilaalchisuun guyyaa kaleessaa simpooziyeemiin qophaa’uunsaa ni yaadatama.  

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015