Kitaabni Idaa'amuu Sudaanitti eebbifame

49

Sadaasa 27/2012 – Kitaabni Idaa'amuu muummee ministiraa Dr. Abiyyi Ahimadiin barreeffame Sudaanitti eebbifame

Sudaanitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Shifarraa Jaarsoo sirna eebba kitaaba kanaarratti falaasama Idaa'amuun kabaja biyyaaf tumsuun akka barbaachisu himan.

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad gara aangootti erga dhufanii dippiloomaasii lammiirratti hojii hojjetameen mirgaa fi kabaja lammiilee eegsisuun dandaa'amuunis ibsame.

Kitaabni idaa'amuus Sudaanitti gurguramaa akka jiru Obn gabaaseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015