Danbiin Paartii Walitti Makamee Haaraan Ragga’e

101

Sadaasa 12/2012- Manni maree ADWUI danbii paartii walitti makamee haaraa raggaasiseera.

Manni maree Adda demokiraatawaa warraaqasa ummattoota Itiyoophiyaa /ADWUI/ walga;ii guyyoota lama adeemsiseen danbicha sagalee guutuun raggaasisuusaa odeeffannoon waajjira ADWUI irraa argame ni mul’isa.

Manni maree kun oolmaasaa guyyaa lammaffaatiin sagantaa paartiin walitti makame ittiin qajeelfamu irratti mari’atee raggaasiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015