Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Fooyyessa Labsii Wixinee Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa fi Dhaabbata Pireesii Itiyoophiyaa Irra deebi’uun Hundeessuuf Dhihaate Sagalee Caalmaan Raggaasise - ENA Afaan Oromoo
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Fooyyessa Labsii Wixinee Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa fi Dhaabbata Pireesii Itiyoophiyaa Irra deebi’uun Hundeessuuf Dhihaate Sagalee Caalmaan Raggaasise
61
Sadaasa 4/2012 (TOI) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Fooyyessa Labsii Wixinee Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa fi Dhaabbata Pireesii Itiyoophiyaa Irra deebi’uun Hundeessuuf Dhihaate Sagalee Caalmaan Raggaasiseera.
Manni marichaa walga’ii bara hojii 5ffaa walga’ii idilee har’a adeemsiseen labsii wixinee tajaajila oduu Itiyoophiyaa fi dhaabbata pireesii Itiyoophiyaa irra deebi’uun hundeessuuf dhihaate ilaalee raggaasiseera.
Manni maree bakka bu’oota ummataa wixinee danbii tajaajilli oduu Itiyoophiyaa fi dhaabbanni pireesii Itiyoophiyaa ittiin hundaa’u raawwachiisuuf dhihaate dhuma bara darbee raggaasisuunsaa ni yaadatama.