Badhaasichi Itiyoophiyaa fi Afrikaaf kan kennamee dha – Muummee Ministira Dooktar Abiyyi Ahimad

2386

Fulbaana,/TOI,/ 30/2011 /TOI/ Badhaasichi Itiyoophiyaa fi Afrikaaf kan kenname dha’  jedhan Muummeen Ministira Dooktar Abiyyi Ahimad.

Barreessaan Koree Noobelii Noorway Olav Njolstand akkuma badhaasa ‘Nobel Peace Prize’ mo’achuun isaanii beeksifameen Ministira Muummee Abiy Ahimad waliin bilbilaan haasa’aniiru.

Badhaasa kanaaf galata qabdu jechuun, yeroo oduu kana dhaga’uttis gammaduu dubbatan Dooktar.Abiyyi  “Badhaasni kun kan Itiyoophiyaa dha.

Gaggeessitoonni Afrikaa yaada qajeelaan fudhatanii hangam  akka hojjechuu danda’an kanarraa kaanee yaaduu ni dandeenya jedhan Muummeen Ministraa Dooktar Abiyyi Ahimad.  

Madda: BBC