Minisrirri Muummee Doktor Abiyyi Ahimad Badhaasa Noobeelii Nagaa bara 2019 Injifatan

55


Fulbaana 29/2012 (TOI) - Koreen badhaasa Noobeelii Noorweey Ministirri Muummee Abiyi Ahimadi badhaasa Noobeeli nagaa bara 2019 injifachuu beeksise.
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad waraanni Itiyoophiyaa fi Eertiraa waggaa 20 ture fi lubbuu namoota 70,000 ol ta’u gama lamaaniinuu galaafate nagaan akka xumuramu gahee bahaniif badhaasni kun akka kennameef koreen kun beeksiseera.
Hojiilee rifoormii erga aangoo qabatanii hojjetanii fi naannoo gaanfa Afrikaattii nagaan akka dhufu hojiilee gurguddoo hojjechuu isaanii dura teessuun koree badhaasa kanaa dubbataniiru.

Madda 'BBC'

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015