Sabaa Fi Sablammoonni Addaddaa Ayyaana Irreechaa Ummata Waliin Kabajan

58

Finfinnee Fulbaana 24/2012 (TOI) – Ayyaana Irreechaa waggaa 150 booda yeroo jalqabaaf magaalaa Finfinnee Hora Finfinneetti kabajame sabaa fi sablammoonni addaddaa biyyattii keessatti argaman Ummata Oromoo waliin kabajaniiru.

Kabaja ayyaana kanaa suuraadhaan isin biraan geenyeerraatii daawwadhaa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015