Doktar Abiyyi Bakka Buutota Mana Maree Waliigala Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa Waliin Mari’atan

119

Finfinnee Fulbaana 7/2012 (TOI)  - Muummeen Ministiraa Doktar Abiyyi Ahimad bakka buutota Mana Maree Waliigala Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa waliin mari'atan.   

Maricharratti miseensonni Koree Fala Barbaadduu Islaamummaa Ityoophiyaa hirmaataniiru.

Miseensonni maricharratti hirmaatan ayyaana Masqalaatiin dura sagantaa naannoo qulqulleessuurratti kan hirmaatan ta'uu ibsaniiru.

Marii kana irratti Haajii Muftii Idriis Umar dabalatee namootni biroos hirmaatanii jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015