Obbo Tamasgeen Xurunaa Prezidaantii Mootummaa Naannoo Amaaraa ta'uun muudaman

147

Finfinnee (TOI) Adoolessa 15/2011 - Obbo Tamasgeen Xurunaa Prezidaantii Mootummaa Naannoo Amaaraa ta'uun muudaman.

Manni Maree Mootummaa Naannoo Amaaraa Yaa’ii Idilee 13ffaa Waggaa 4ffaa Bara Hojii Caffee 5ffaa eegaleera.

Manni marichaa muudama Prezidaantii naannichaaf kaadhimummaan kan dhiyaataan obbo Tamasgeen Xurunaa mirkaneesseera. 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015