Korri Hayyoota Oromoo Adeemsifamuu Eegale

73

Waxabajjii 29/2011) - Korri Hayyoota Oromoo Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti guyyaa har'aa jalqabeera.

Yaada moo'ataa burqisiisuun jijjiirama eegalame bu'aa caalutti ni ceesisna!, Qormaatilee Jijjiirama naannoo fi biyya keenya danqan kamuu beekumsa qabnuun ni furra! dhaadannoo jedhuu fi hayyummaan jijjiiramaaf jedhu, qabachuun hayyoonni dhabbilee garagaraa irraa hirmaatan wajjin mariin bakka Itti aanaan Pirezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa  Obbo Shimallis Abdiisaa fi qondaaltonni mootummaa ol-aanoon naannichaa argamanitti eegalameera jechuun Biiroon dhimmoota komunikeeshinii mootummaa naannoo Oromiyaa gabaaseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015