Preezdaanti Doonaald Traamp Raashiyaan filannoo Ameerikaarratti dhiibbaa akka hin uumne jedhan - ENA Afaan Oromoo
Preezdaanti Doonaald Traamp Raashiyaan filannoo Ameerikaarratti dhiibbaa akka hin uumne jedhan
52
Waxabajjii 21/2011 Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp Raashiyaan filannoo Ameerikaarratti dhiibbaa akka hin uumne ergaa dabarsan.
Preezdaantonni lamaan walga'ii hoggansa Garee Miseensa Biyyoota 20 Osaakaatti gaggeeffamaa jiru cinaatti wal-arganii mari'ataniiru.
Preezdaantichi ergaa preezdaantii Raashiyaa Vilaadmiir Puutiniif dabarsaniin Raashiyaan harka nurraa yaa sassaabbattuun akeekkachiisaniiru.
Preezdaanti Traampii fi Puutiin Adoolessa darbe Helsinkiitti walarganii mari'achuun isaanii ni yaadatamaan jechuun kan gabaase Aljaziiraa dha..