Dhaloonni Ammaa Biyyasaa Dinagdeen Guddisuuf Gahee Olaanaa Akka Qabu Ibsame

76

Waxabajjii 15/2011-Dargaggoonni Oromiyaa duudhaa haammachuu Abbootii Gadaa dhaaluun biyyasaanii dinagdeen guddisuuf gaheesaanii bahuu akka qaban hooggantuun biiroo dhimma dubartootaa, daa'immanii fi dargaggootaa Oromiyaa ibsan.

Itti gfatamtuun kun kana kan ibsan xumura konfaransii Dargaggoota Oromiyaa 12ffaa guyyoota sadiif Adaamaatti geggeeffamaa ture irratti haasawa taasisaniini.
Adde Munaan dhaamsa cimaa dargaggootaaf dabarsaniin "Kana booda abadan duubatti hin deebinu. Dogoggora darberraa barannee tokkummaa keenya cimsachuun yeroon fuulduratti waliin tarkaanfannu amma" jedhaniiru.
Sekondii tokkoof dagachuu kan hin qabne diinonni keenya yoomiyyuu nuuf hirrafan. Kanaafuu tokkummaa keenya  keenya cimsannee dammaqinaan biyya ijaaruuf waltaanee socho'uu qabna jedhaniiru.
Humna, dandeettii fi beekumsa qabdaniin naannoo fi biyya keenya dinagdeen ijaaruuf haa tumsinu jechuun cimsanii dhaamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015