Hoospitaalli madda walaabuu eebbifame

72

Baalee waxabajjii 08/2011 Godina Baaleetti Hoospitaalli Madda Walaabuu baasii birrii miliyoona 60 Olin ijaarsi isaa xumurame  hari’a eebbifamee tajaajila jalqabe.

Hoospitaalicha eebbisiisanii hojii kan jalqabsiisan Itti Aanaa Pireezidaantii Motummaa Naannoo Oromiyaa  Obbo Shimallis Abdiisaati.

Hoospitaalichi nama kuma 150f tajaajila kan kennuu danda’uu dha.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015