Obbo Shimallis Abdiisaa Godina Baaleetti Hojii Misoomaa Daawwataa jiru

171

Baalee waxabajjii 08/2011 Itti Aanaan Preezidantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo shimallis Abdiisaa godina baaleetti hojii misoomaa daaw'ataa jiru.

Obbo Shimallis Abdiisaa daawwii isaanii kanaan hosopitaala magaala madda walaabuu eebbisanii ni banu jedhame eegama.

Dabalataanis aanaa Dalloo mannaatti piroojektii hojii misooma jallisiif dhagaa bu'uuraa akka kaa'an beekameera.

Itti aanaan Preezadantiin motummaa nannoo Oromiyaa obbo shimallis Abdiisaa, itti gafatammaa waajjiraa ODP obbo Addisuu Araggaa fi hooggantoota mootummaa naannichaa waliin imaluun isaanii beekamee jira.  

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015