Magaalaa Gondoritti mata duree "Obbolummaa sab-daneesummaa biyyaalessaa imaala badhaadhina keenyaaf'' jedhuun mariin uummataa geggeeffamaa jira.

164

Amajji, 25/2015(TOI) - Magaalaa Gondoritti waltajjiin marii uummataa mata duree ''Obbolummaa sabdaneessuumma biyyaalessaa imaala badhaadhina keenyaaf'' jedhuun geggeeffama jira.

Marii kanarratti Ministirri haqaa doktar Geedi'oon Ximootiyoos, Sadarkaa Ministiraatti dubbi himaan dhimma alaafi idil addunyaa paartii badhaadhinaa obbo Addisuu Araggaa argamaniiru.

Waltajjicharratti abbootiin amantaa, maanguddoonni, namootni beekamoo fi kutaaleen hawaasaa adda addaa biroo hirmaachaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015