Sagantaan beekamtii kennuu Itiyoo-diyaaspooraa adeemsifamaa jira

97

Sagantaan beekamtii kennuu Itiyoo-diyaaspooraa adeemsifamaa jira

Sagantaa kana irratti miseensonni hawaasa Diyaaspooraa, Pireezidaantii FDRI Saahilewariq Zawudee, Itti aanaa Ministira muummee fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin akkasuma keessummoonni affeeraman biroon argamaniiru.

Sagantaa beekamtii kunnuu har'aatiin dhaabbileen diyaaspooraa 52 gama adda addaatiin biyya isaaniif gumaacha taasisaniif beekamtiin ni kennamaaf jedameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015