Koreen qindeessaa farra malaan maltummaa biyyaaleessaa hojii haga ammaatti hojjete bakka Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad argamanitti gamagame.

125

Amajji, 3/2015(TOI) - Koreen qindeessaa farra malaan maltummaa biyyaaleessaa hojii haga ammaatti hojjete bakka Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad argamanitti gamagame.

Haga ammaatti uummatarraa yakki malaan mantummaa hedduun eeruun qaqqabuu himaniiru.

Koreen kunis haga ammaatti eeruwwan kun gama seeraan akka qulqulleeffaman taasisuun galmeewwan qorannoo 110 akka banaman taasisuu ragaan waajjira Ministira Muummee irraa argame ni muli'isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015