Yaa'iin hundeeffama mana maree bulchiinsa magaalaa Shaggar geggeeffama jira.

1131

Amajji 1/2015(TOI) - Yaa'iin hundeeffama mana maree bulchiinsa magaalaa Shaggar geggeeffama jira Sirna banissa yaa'ichaarratti miseensoonni mana marichaa kakuu raawwataniiru.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa magaaloota naannawaa magaalaa Finfinnee 5 kanneen akka magaalaa Sulultaa, Laga Xaafoo Laga Daadhii, Buraayyuu, Galaaniifi Sabbataa bulchiinsa tokkoon bulchuuf magaala Shaggar dhiheenya akka hundeeffamu taasisuun ni yaadatama jechuun EBC gabaasera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015