Pireezidaanti Saahilawarqi Ambaasaaddaroota garaagaraa muudan

104

Pireezidaanti Saahilawarqi Ambaasaaddaroota garaagaraa muudan

Mudde 21/2015 (TOI) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Ambaasaaddaroota garaagaraaf muudama laataniiru.

Haaluma kanaan:-

Obbo Umar Huseen Obbaa

Obbo Tafarii Fiqiree Buusaa

Ambaasaaddar Tasfaayee Yilmaa BaasooAmbaasaaddar Sa'iid Mahaammad Jibriil

Ambaasaaddar Maahileet Hayiluu Godee

Ambaasaaddar Foortuunaa Diibaakoo Chiizaaree

Ambaasaaddar Chaam Ugaallaa Uriiyaa

Ambaasaaddar Awwal Wagiriis Mahaammad

Ambaasaaddar Dammaqaa Axinaafuu Ambuulloo

Ambaasaaddar Ayyalaa Liiree Jiijaamoo

Ambaasaaddar Masfin Gabramaariyaam Shaawoo

Obbo Muktar Mahaammad Waaree

Obbo Tasfaayee Yittaayihi Antanahi

Aadde Itsagannat Bazzaabbihi Yimanuunii Ambaasaaddara guutuu taasiisuun yoo muudan, Akkasumas

Obbo Tamasgeen Umar Fuurqaamoo

Aadde Yaaneet Abarraa Taklamaariyaam

Obbo Shifarraaw Gannati Jaanaa

Aadde Roozaa Yefiqiruu Aamuu

Obbo Mollaalinyi Asfaaw Ayyaanaa

Obbo Daliil Kadiir Bushiraa

Obbo Saamu'eel Isaa Caalaa fa'a Ambaasaaddara taasiisuun muuduu ragaan Waajjira Pireezidaantirraa argame ni mul'isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015