Poolisiin Fedaraalaa dhaabbilee federaalaa eeguuf Maqalee gale

260

Mudde 20/2015(TOI) - Bu’uura heera mootummaan Dhaabbilee sadarkaa federaalaatti hogganaman eeguuf Poolisiin Federalaa Itoophiyaa guyyaa har’aa Naannoo Tigraay Magaalaa Maqalee galuun hojii eegaleera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015