Yaa'ii fi Leenjiin waggaa Ambaasaadarootaa jalqabe

87

Mudde, 17/2015(TOI) - Yaa'ii fi Leenjiin waggaa Ambaasaadarootaa Akkadaamii Hoggansa Afrikaatti kennamuu jalqabe.

Yaa'ii kanarratti Itti aanaa Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin argamaniiru.

Yaa'ii kanaratti Waajjira Muummee Dhimma Alaarra hoggantoonni olaanoo, Ambaasaaddaroonniifi hoggantoonni Misiyoonni hirmaachaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015