Naannoo Kibbaatti sagantaa “Maaddii Guutuu” beeksisuu geggeeffame

103

Mudde, 16/2015(TOI) - Naannoo Kibbaatti sagantaan “Maaddii Guutuu” beeksisuu Godina Guraagee Aanaa Masqanitti gaggeeffame.

Saganticharratti Itti aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Itti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Adam Faaraah, Pirezidaantii Naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaawu akkasumas qondaaltonni mootummaa federaalaafi naannichaa biroon argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015