Baankiin Gadaa har'a ifatti tajaajila kennuu jalqabe - ENA Afaan Oromoo
Baankiin Gadaa har'a ifatti tajaajila kennuu jalqabe
150
Mudde, 15/2015(TOI) - Baankiin Gadaa bakka Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaafi aangawoonni mootummaa olaanaan argamanitti har'a ifatti hojii jalqabeera.
Sirnicharratti bulchaan Baankii Biyyaalessaa Doktar Yinnaagar Dasees argamaniiru.