Yuubni Gadaa Gujii Aagaa Xiinxanoo boqotan - ENA Afaan Oromoo
Yuubni Gadaa Gujii Aagaa Xiinxanoo boqotan
129
Yuubni Gadaa Gujii Aagaa Xiinxanoo boqotan
Mudde, 13/2015(TOI) - Yuubni Gadaa Gujii Aagaa Xiinxoo dhukkubsataanii yaalamaa turaniis har'a du'aan addunyaa kanarra boqotan.
Yuubni Gadaa kun duudhaan, safuufi aadaan Oromoo akka dagaaguuf hayyuu hojii hedduu hojjetaniidha.
Akkasumas barnoonni Gadaa yunivarsitiitti akka kennamuufi sirni Gadaa Galmee Barnootaa, Saayinsiifi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti akka galmaa’uuf hayyoota adda durumman hojjetan keessatti eeramu.DhPI gabaase