Doktar Abiy Ahimad hoggantoota Mootummaa Magaalaa Finfinnee waliin mari'atan - ENA Afaan Oromoo
Doktar Abiy Ahimad hoggantoota Mootummaa Magaalaa Finfinnee waliin mari'atan
90
Mudde, 11/2015(TOI) - Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad waajjirasaaniitti Hoggantoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waliin Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waliin raawwii hojii bara baajataa 2014 fi kurmaana 1ffaa bara 2015 qorataniiru.
Hojiileen misoomaa magaalichatti eegalaman cimanii akka ittifufan rakkooleen jiran ammoo akka fooyya'an kallattii kaa'aniiru.
Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad hojiileen misoomaa magaalaa Finfinnee cimee akka itti fufuu fi rakkooleen jiran akka furaman kallattii kaa’uu ragaan Waajjira Ministira Muummeerra argame ni mul’isa.