Waancaa addunyaa 22ffaa irratti taphatoota goolii baay'ee galcha

264

Mudde 3/2015(TOI) - Waancaa addunyaa 22ffaa qopheesummaa Kaataariin geggeeffamaa jirurratti taphatoota haga ammaatti goolii baay'ee galchan keessaa,

? Kiliyaan Mibaappee Faransaayirraa goolii 5

? Liyoneel Meesii Arjantiinaarra goolii 4

? Oliivar Juuruu Faransaayiraa goolii 4

? Gonkoloo Raamos Purchugaalirraa goolii 3

?Oliivar Moraataa Ispeen irraa goolii 3

? Koodi Gappikoo Nezarlaanidirraa goolii 3

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015