Rakkoon tokkoon tokkoo keenyaa furamuu kan danda'uu rakkoon Itoophiyaa yoo furamedha - MM doktar Abiy Ahimad

74

Sadaasa 29/2015(TOI) - Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad rakkoon tokkoon tokkoo keenyaa furamuu kan danda'uu rakkoon Itoophiyaa yoo furamedha.

Doktar Abiy Ahimad ergaa kabaja guyyaa saboota, sablamootaafi Uummatoota Itoophiyaa Hawaasaatti kabajamee irratti dabarsaniin Lammileen hundi tokkummaan dhaabbachuun qe'ee hundaa keenyaa kan taate Itoophiyaa itti fufsiisuufi dhaabuuf hojjechuu qaba jedhaniiru.

Itoophiyaa keessaatti haala waliin guddachuu, Badhaadhuufi nageenyaan waliin jiraachuun danda'amu yoo uumuun hin danda'amne badhaadhuu,jiraachuufi bahanii galuun akka hin danda'amene himaniiru.

Rakkoon tokkoon tokkoo keenyaa furamuu kan danda'uu rakkoon Itoophiyaa yoo furamedha jedhaniiru.

Gareefi namoonnii dhuunfaa rakkoo aanaa, magaalaa, godinaafi naannoo ofii isaanii qofa furuuf yaalan rakkoo Itoophiyaa furuun dura rakkoon gadaa dura furamu hin jiru jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015