Doktar Abiy Ahimad Antooniyoo Gutareezii fi Muusaa Faakii waliin mari’atan

66

Sadaasa 22/2015 (TOI) – Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareezii fi Komishinara Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat waliin mari’ataniiru.

Hariiroo dhaabbilee kanneen waliin qaban caalmaatti cimsuuf marii bu’aa qabeessaa taasiisuu isaanii Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad karaa miidiyaa hawaasumaa isaan ergaa dabarsaniin ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015