Waliigalteen har'a mallateeffame rakkoowwan Afrikaa Afrikaanootan ni furama yaada jedhu kan cimsedha - Ambaasaaddar Rediwaan Huseen

70

Sadaasa 3/2015(TOI) - Waliigalteen har'a mallateeffame rakkoowwan Afrikaa Afrikaanootan ni furama yaada jedhu kan cimsedha jedhan Gorsaan nageenya biyyaalessaa Ministira Muummee Ambaasaaddar Rediwaan Huseen

Ambaasaaddar Rediwaan Huseen gama miidiyaa hawaasummaa Tiwuter isaaniin yaada barreessaniin waliigalteen mallateeffame rakkoowwan Afrikaanootaa Afrikaanoonni furuu akka danda'aan irra deebiin kan mirkaneessedha jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015