Godinni Gaamoo qabeenyaa uumaan kan badhaadhedha - MM Abiy Ahimad

83

Onkoloolessa 24/2015(TOI) - Godinni Gaamoo qabeenyaa uumaan kan badhaadhedha jedhan Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad.

Uummanni Godinichaas aadaa hojii cimaa qabuun qabeenya gabbataa kana dhalootatti dabarseera jedhaniiru.

Gama biroon Uummanni Gaamoo nagaafi araaraa aadaa isaa godhachuu isaan kan as gahe ta'uu karaa miidiyaa hawaasumma isaanii beeksisaniiru.

Ammas yoo nagaaf dafqa keenyaa lolaasne, bakkeewan waraanaan manca'aan deebisnee ijaaruuf waan qabnurra yoo qoonnee ni buufanna malee hin miidhamnu jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015