"Galanni kanneen akka Itoophiyaan jabaattuuf aarsaa kanfalaniif,

56

"Galanni kanneen akka Itoophiyaan jabaattuuf aarsaa kanfalaniif, warra qabsaa'anii waliigalteen nagaa akka gaggeeffamu taasisan hundaaf.Nagaan waaraa fiduuf, biyya keenya ijaaruuf, warra waraanaan miidhaman haa gargaarru!! Dukkanni bari’aa jira.” - Ameerikaatti Ambaasaaddara Itoophiyaa Silashii Baqqalaa

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015