Doktar Abiy Ahimad Kutaa Magaalaa Araadaatti bakka shaakala Ispoortii eebbisuun hojii jalqabsiisan.

90

Onkololeessa 17/2015 (TOI)- Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Finfinnee Kutaa Magaalaa Araadaatti bakka shaakala ispoortii bifa haaraan ijaarame eebbisuun hojii jalqabsiisan.

Bakkicji duraan bakka shaakala ispoortiif mijataa hinturree ta’uus, kaka’umsa Ministira Muummeen qaamolee dhimmichi ilaallatu hirmaachisuun bifa haaraan ijaaramee xumuramuun har’a eebbisiisuun tajaajila eegalchiisaniiru.

Ijaarsi bakka shakala Ispoortii kun qaama pirojektii tola ooltummaa Gannaa ta’uun eerameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015