Mootummaan naannoo Oromiyaa raawwii hojii waggaa kurnaala jalqabaa qorachaa jira

86

Onkoloolessa 14/2015(TOI) Mootummaan naannoo Oromiyaa raawwii hojii waggaa kurnaala jalqabaa magaalaa Adaamaatti qorachaa jira.

Qorannoo kanaan hojiiwwan misoomaa dinagdeefi hawaasummaa akkasumas nagaafi tasgabbii buusuuf milkaa;ina naannichatti argamaniifi rakkoolee quunnaman ilaaluu kallattii fuula duraa akka kaa’u eegama.

Bulchitoonnii fi kantiibonni magaalaa, godinaafi aanaalee waltajjii qorannoo kanarratti argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015