Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo warshaa daabboo Gondaaritti ijaaramaa jiru daawwatan

71

Onkololeessa 6/2015 (TOI)- Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo warshaa daabboo waajjira isaaniin Magaalaa Gondaaritti ijaaramaa jiru daawwataniiru.

Warshichi jiraattota magaalichaa galii gadaanaan jiraatan fayyadamtoota taasisa jedhameera.

Ijaarsi warshichaa erga eegalee baatiiwwna 7 kan ta’e, Amajjii 2015 xumurama jedhamee eegama.

Warshichi guutummaatti wayita hojii eegalu guyyatti daabboo kuma 200 oomishuu danda’a.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015