Atileetoonni Itoophiyaa Maraatoonii Amisteerdaarim injifatan - ENA Afaan Oromoo
Atileetoonni Itoophiyaa Maraatoonii Amisteerdaarim injifatan
81
Onkoloolessa 6/2015(TOI) - Atileetoonni Itoophiyaa saala lamaaniinuu Maraatoonii Amisteerdaarim injifatan.
Atileet Almaaz Ayyaanaa saatii 2:17:20 xumuruun rikardii Maraatoonii Amisteerdaarim foyyessuun ijifateetti.
Atileet Ganzabee Dibaabaa dorgommivha sadarkaa lammaffaan kan xumurte yoo ta'u atileet Tsahaay Gammachuu immoo sadarkaa sadaffaan xumurteetti.
Dorgommii dhiirotaan immoo atileet Tsagaayee Geetaachoo saatii 2:4 :49 xumuruun injifateera. Atileet Baazazoo Asmaraa immoo saarii 2:4:57'n xumuruun sadarkaa sadaffaa argateera.