Yaa’iin qorannoo waggaa seektara fayyaa 24ffaan Onkoloolessa 10 fi 11 ni adeemsifama- doktar Liyaa Taaddasaa

71

Onkoloolessa 3/2015 (TOI) Yaa’iin qorannoo seektara fayyaa 24ffaan akka adeemsifamu ministirri fayya Dr. Liyaa Taaddasaa beeksisan.

Doktar liyaa Taaddasaa marsariitii dhuunfaa isaaniirratti akka beeksisanitti yaa’iin kun Onkoloolessa 10 fi 11 magaalaa Hawaasaatti ni adeemsifama.

Yaa’iin qorannoo seektara fayyaa kan waggaa kun ‘mata duree “tajaajilli fayyaa haqa qabeessi hundaaf” jedhuun akka adeemsifamu ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015